Itoophiyaan yaa'ii P4G Veetnaam irratti sirna nyaataa ishee ilaalchisee muuxannoo qoodde.
Yaa'iin kun mata-duree "Ashaaraa Magariisa itti fufiinsaa qabuufi uummata giddu galeessa godhate " jedhuun taa'amaa jira.
Itiyoophiyaan Ashaaraa Magariisaatiin hojii guddaa hojjechaa jiraachuufi misooma qamadii kanneen biroo irrattis hojiin damee qonnaan hojjettu kan itti fufiinsa qabu ta'uun himameera.
Ministirri Qonnaa Dr. Girmaa Amantee, Ministira Qabeenya Uumamaafi Naannoo Veetnaam waliin waltajjichaan cinaatti mari'ataniiru.
Marichaan biyyoonni lamaanuu damee qonnaa keessattuu, misooma Ruuzii irratti tumsa waloon akka hojjetan waliigalteerra ga'aniiru.
አጫጭር መረጃዎች