Daandiin Keenya Ida'amuu, Galmi Keenya Badhaadhina!
Daandiin Keenya Ida'amuu, Galmi Keenya Badhaadhina!
“Akeekni Ida’amuu inni ol-aanaan biyyi keenya waggoota darban keessa injifannoowwan gama dinagdee fi siyaasatiin galmeessiste eegsisaa, dogoggoroota jiran mara immoo sirreessudhaan fedhii fi dantaa dhaloota dhufuu galmaan gahuu dha. Kanaaf, gama rakkoolee biyyaa xiinxaluutiin ida’amuun yaada biyya keessaa burqee dha. Gama furmaata soquutiin immoo beekumsaa fi muuxxannoo biyya keessaa fi alaa kan walitti ida’uun fudhate dha.” (Kitaaba Ida’amuu fuula-46)
አጫጭር መረጃዎች