Murteewwan Paartiin Badhaadhinaa yaa’iisaa marsaa 2ffaan murteesse hojiirra oolchuun fayyadamummaa lammiilee daran mirkaneessuuf hirmaannaan lammiilee hundaa murteessaa ta’uu beeksise.

Ibsa ejjennoo Yaa’ii 2ffaa Paartii Badhaadhinaa
1.Paartii cimaa Mootummaa cimaaf hojjetu dhugoomsuu
2.Ijaarsa dhaabbilee cimoo ijaarsa moootummaa biyyaalessaaf
3.Ce’umsa caasaa dinagdee
4.Misooma Hawaasummaa hirmaachisaa 
5.Seenessa waloo biyyaalessummaa
6.Rifoormii Paabilik Sarvisii tarkaanfataa
7.Nageenya waaressuu
8.Hariiroo alaa faayidaa biyyaalessaaf dursa laate

Prosperity Party