Oduu
Har'a raawwii karoora hojii ji'oota sagalii bara 2017 dameewwan garaagaraatiin hojjetaman
Har'a raawwii karoora hojii ji'oota sagalii bara 2017 dameewwan garaagaraatiin hojjetaman gamaaggamuu eegalleerra. Gamaaggama keenyaan mareewwan ...
Itti fufaa dubbisaa‘’Paartiin Badhaadhinnaa milkaa’innoota Itiyoophiyaa kadhaa keessaa baasuu dandeessisan hedduu galmeesseera’’ -Obbo Adem Farah
Paartiin Badhaadhinnaa yeroo gabaabaa keessatti milkaa’inoota Itiyoophiyaa kadhaa keessaa baasuun gara birmadummaa guutuutti ...
Itti fufaa dubbisaaየብልፅግና ፓርቲ ም/ፕሬዚዳንት
የብልፅግና ፓርቲ ፕሬዚዳንት
የብልፅግና ፓርቲ ም/ፕሬዚዳንትና የዋና ጽ/ቤት ኃላፊ
Oduu
Xiyyaarri Pireezidaantii duraanii Itophiyaa Mangistuu Hayilamaariyaam suphamuun tajaajilaaf oole
Xiyyaarichi bakka gatamee ka’uun waggoota 37 booda tajaajila balallii eegaluu ragaan fuula Raayyaa Ittisaarraa argame ni mul’isa. Kunis damee hundaan hojiileen bu’aa qabeeyyiin [...]
Itoophiyaan yaa'ii P4G Veetnaam irratti sirna nyaataa ishee ilaalchisee muuxannoo qoodde.
Yaa'iin kun mata-duree "Ashaaraa Magariisa itti fufiinsaa qabuufi uummata giddu galeessa godhate " jedhuun taa'amaa jira. Itiyoophiyaan Ashaaraa Magariisaatiin hojii guddaa hojjechaa [...]
Ji’oota salgan darbanitti hojiileen dippilomaasii faayidaa biyyaaleessaa kabachiisan hedduun hojjetamaniiru
Ji’oota salgan darbanitti hojiileen dippilomaasii faayidaa biyyaaleessaa kabachiisan bu’a qabeessi hojjetamuu Ministirri Dhimma Alaa Geediyoon Ximootiwoos (PhD) ibsan. Qorannoon raawwii [...]
Itoophiyaan baatiiwwan 9 darban tuurizimii konfiransiin bu’aa olaanaa galmeessisteetti
Itoophiyaan baatiiwwan 9 darban damee tuurizimii konfiransiin bu’aa olaanaa galmeessisuu Ministirri Ministeera Tuurizimii Salaamaawit Kaasaan ibsan. Guyyaa kaleessaa bakka Ministirri Muummee [...]
Milkaa’inoonni dameewwan diinagdee guguddoon galmaa’an lammiileef carraa hojii uumuuf gumaacha olaanaa taasisaniiru
Milkaa’inoonni dameewwan diinagdee guguddoon galmaa’an lammiileef carraa hojii uumuuf gumaacha olaanaa taasisuu Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kaamiil ibsan. [...]
‘’Paartiin Badhaadhinnaa milkaa’innoota Itiyoophiyaa kadhaa keessaa baasuu dandeessisan hedduu galmeesseera’’ -Obbo Adem Farah
Paartiin Badhaadhinnaa yeroo gabaabaa keessatti milkaa’inoota Itiyoophiyaa kadhaa keessaa baasuun gara birmadummaa guutuutti ceesisuu dandeessisan hedduu galmeessuu Sadarkaa [...]
Artiikiloota
Ida’amuu bu’uura tokkummaa fi obbolummaa!
Rakkoolee keenya bu’uuraan furuudhaan mul’ata badhaadhina biyyaa dhugoomsuuf tokkummaa fi obbolummaa dagaagsuun murteessaadha. Biyya keenyatti duudhaa obbolummaa fi tokkummaa gabbisuuf [...]
Duudhaalee Addaa Paartii Badhaadhinaa!
👉 Tokkummaa sab-daneessummaa. Badhaadhinni Paartii hawaasa Siyaasa-diinagdee tokkoo ijaaruuf hojjatudha. Sab-daneessummaa yemmuu jennu aadaa, amantaa, afaan ykn eenyummaawwan gara [...]
Paartiin Badhaadhinaa paartii dhaloota har'aa fi egeree ti.
Paartiin Badhaadhinaa biyya bittinnaa'uu irraa kan hambise, yeroo gabaabaa keessatti roga hundaan jijjiiraama seenaa kan galmeessee, fi paartii dhalootaa galma kaawwate bira gahuuf daandii [...]