Har'a raawwii karoora hojii ji'oota sagalii bara 2017 dameewwan garaagaraatiin hojjetaman

Har'a raawwii karoora hojii ji'oota sagalii bara 2017 dameewwan garaagaraatiin hojjetaman gamaaggamuu eegalleerra. Gamaaggama keenyaan mareewwan hojiiwwan keenya ji'oota sadan dhufanii cimsuuf gargaaran ni taasifna. Bu'aan hojii hamma ammaatti milkeessine bal'aa ta'us milkaa'inni keenya utuu of nundagachiisiin olka'insa caaluuf nukakaasuu qaba.

 

Prosperity Party